BEKA'S MOTHER SUPPORT FUND
Donation protected
Beekaan bara darbe Yuuniversiitii Wallaggaadhaa Injiineringiin eebbifame. Haadha isaatu barsiise. Digirii inni fudhate akka kan haadha isaatti ilaalama ture. Garuu dafinoo darbe mucaa akkas jaallattu kana balaa konkolaataan dhabde. Guddaa nama gaddisiisa. Beekaaf biyyatu bo'e. Garuu , boonyee dhiisuurra haadha isaa haguma dandeenye gargaarree jaalala keenya itti agarsiisuutu nuuf ta'a. Kanaaf haguma dandeessan gumaachaa. Kun tokkummaadhaan waa dalaguus nu barsiisa jedheen amana.
Waaqayyo isin haa eebbisu!!
Asaffaa Malkaa Waaqjiraa ( California,, USA)
Waaqayyo isin haa eebbisu!!
Asaffaa Malkaa Waaqjiraa ( California,, USA)
Organizer
Asefa M Wakjira
Organizer
San Anselmo, CA