
Dembi Dollo Football Club
Donation protected
kilabiin kubbaa Miillaa Magaalaa Dambii Dolloo bara 1990 hunda'uun Imala seenaa keessatti isa duraa ta'e milkiin goolabe jira. kilabichi shaanphiyoonii Oromiyaa ta'uun Geeba fudhate. yeroo ammaa Oromiyaa bakka bu'uun Kan Ethiopia dorgumuuf Sadarkaa 1ffaan darbeera. Kilabii kana guddisuuf jaal'atootiif dinqisiifattooni Ispoortii bakka hundaa jirtan deggeruun qooda keessaan akka ba'attan waamicha isiniif goonaa.
Organizer
Debela Midjena
Organizer
Reynoldsburg, OH