Support wallo Oromo
Donation protected
Oromoo walloo Haa gargaarruu. Ummanni keenya Walloo diinaan waan marfamanii jiraniif yeroo hunda Roorroo,Dararaa fi ajjeechaa suukanneessaa taetu irratti raawwata.
Akkuma amma dura baran Bara 2022 kana keeysa yeroo hedduudhaaf lolli cimaan oromoo walloo irratti taee jira. Sababa kanaan lubbuu namoota hedduu dhabne.
akkasumas baayyeen qaamaa hirruu tauudhaan jiruu isaanii geggeeffachuu dadhabanii qaamni isaanii laamshayee jiruu nama lubbuun jiruu gadi kan duee oli tae jiraachaa jiru.
Akkuma beekamu yeroo ammaa kana Faannoo, humna addaa naannoo amaaraa fi Fanxaaleyyiin Amaaraa lola hamaa nurratti banteen Lubbuun namoota hedduu wareegamee jira.
Lolli waan deemaa jiruuf namoota wareegamanii fi kan madaayan hunda beekuun rakkisaa taullee, namoonni 15 wareegamuudhaan namoonni 30 ol ta'an madaayuun mirkanaaee jira . Madoon hedduun yaala gahaa argachuu dhabuudhaan mana yaalaa keessatti dararamaa fi Duaa jiru.
Hospitaalli gurguddaan hundi lafa diinaa keessa waan jiraniif , achi deemanii yaalamuun hin danda'amu. Kanaafuu Buufataalee fayyaa xixiqqaa keessatti dawaa gayaa dhabuudhaan madoon hedduun lubbuun isaanii dabraa jira .
Saniifuu Ummanni Oromoo sagalee tauu fi akkasumas Waan dandeessaniin akka ummata Walloo bira dhaabbattanii madoo keeya nuuf wal'aansistan maqaa Waaldaa Gargaarsa oromoo wallootiin isin gaafanna.
Galatoomaa.
Waaldaa Gargaarsa oromoo walloo ( Wallo Oromo Relief Associatio) .
This message is to show support for the Wallo Oromo people during this difficult time. The Wallo people have been attacked by Amhara regional government. They have been jailed, tortured, humiliated, and killed for no reason. During this year alone, there have been several instances where the Wallo Oromo people have been attacked because of their culture and religion. We have lost many young men and women who stood in opposition to the Regional militia. Some of the youths have become disabled and have lost their legs or other body parts due to the ongoing war.
Currently, Fanno (Amhara extremist groups), similar to that of people who carries and uses illegal weaponry, as well as armed Amhara regional police are killing innocent Wallo Oromos. So far, 15 Oromos have been killed with 30 others who were wounded. Many unfortunately lost their lives in the care of hospitals because they are unable to access medical treatment. Additionally, the care they receive at local hospitals or clinics is not within the Wallo Oromo area but rather located in the opposition’s land, which puts them at greater risk of losing their lives.
Please help support the Wallo Oromo people with what you can, so we can quickly ensure they get access to medication and other resources they need. Thank you so much. Wallo Oromo Relief Association.
Organizer
Wallo Oromo Relief Association Wallo Oromo Relief Association
Organizer
Pakenham, VIC