Main fundraiser photo

Urgent Help For Oromo Farmers in Ethiopia

Donation protected

Qotee bultoota Oromoo Goodina Horroon Guduruu Wallaggaa Aanaa Jaardagaa Jaartee fi Amuruu keessatti qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif gargaarsa haa goonu!

Qotee bultoonni kuni qabeenyaafi qe’ee isaniirraa buqqa’anii lubbuu isaanii oolchuuf jecha gara magaalota isanitti dhiyoo jirutti baqachuudhaan uffata, nyaataafi bakka jireenyaa dhabanii gidiraa keessa jiru. Kana malees, loon/horiin isaanii saamame kaanis ajjefamee, midhaan tullaatti darbess dhaabiitti gubatee, manni jireenyaa isaanii gubatee, lubbuun baay’eenis ijoollee fi dubartootata dabalateen, dhabameera. Gaafa Amajjii tokkoo (guyyaa barri haaraan kabajamu) haati ijoollee sadii mucaa baattee otoo baqattuu rasaasaan rukutamte ammallee mana yaalaa jirti. Rasaasni (bullet) mataa keessa hin bane. Isheenis ammayyuu dubbachuu hin dandeenye.

               Nuti dhalattoonni naannoo Jaardagaa Jaartee, Amuruu fi koreewwan gargaarsaa naannoosanatti filatamani waliin taane, galii (gargaarsa) argamu guutummaa guutuutti qotee bultoota garagaaruudhaaf oolchina.

Kaayyoon keenya:

1.      Wantoota hatattamaan jireenyaaf barbaachisoo ta’an kanneen akka nyaataa, uffataa, fi mana jireenyaadhaan uummaticha gargaaruu
2.      Gatii tajaajila yaalaa gargaaranii kaffaluu fir yaalaa gaarii barbaaduu
3.      Qe’ee qotee bultoota keenya deebisanii ijaaruufi hundeessuu dha.

Waan dandeessaniin akka nu cinaa dhaabbatanii qotee bultoota aanaa Jaargadaa Jaartee fi Amuruu akka gargaartan isin KADHANNA! Akkaumas hiriyyootaa fi maatii keessaniif qooduu hin dagatiinaa.


*********************************************************

We are raising funds for the Oromo farmers of Horo Guduru Wollaga in Ethiopia who have fallen victims to unspeakable violence and hate from surrounding militias.

Farmers in districts Amuru and Jardaga Jarte have fled their homes to nearby towns for the safety of themselves and their families. Their harvests (the only source of income) are being burned to the ground, livestock being mugged or killed, homes are being destroyed, and mass murder of women, children, and the elderly are occurring daily in their very own homes. A little over two weeks ago, a mother of six children was shot in the head while carrying her baby. Fortunately, she is still alive. However, she has been in the hospital fighting for her life since January 1st.
 
We are working closely with locally elected organizers to provide financial support and absolutely 100% of the collected money will go to farmers who are affected by this tragedy.
 
Our mission is to:
1. To provide basic human needs such as food, clothes, shelter, for the displaced
2. To provide medical care for those who are injured
3. To rebuild and restore these communities
 
We are asking for any contribution and any amount will help. Also, please share this link on your social media pages.
 
Thank you and may God Bless you and your family!
 
Donate

Donations 

    Donate

    Organizer

    Girma Kumsa
    Organizer
    Pickerington, OH

    Your easy, powerful, and trusted home for help

    • Easy

      Donate quickly and easily

    • Powerful

      Send help right to the people and causes you care about

    • Trusted

      Your donation is protected by the GoFundMe Giving Guarantee