Main fundraiser photo

Help Oromia National Media to reach it's goal

Tax deductible
Oromia National Media – Arraata Biyyolessa Oromiya (ONM-ABO) is a non-for-profit organization registered under Article 501 (C) (3) in the USA. The organization was established with the objective of creating social, cultural and political awareness to foster a mutual understanding, tolerance and respect among the nations and nationalities living in side Oromia.

ONM-ABO is a trusted voice of the Oromo people’s struggle for freedom and democratic rights in their homeland. As a reliable media outlet that exposes its people’s sufferings under the brutal regimes, it disseminates timely and accurate news and on-the-ground information to tens of millions of Oromo people at home and abroad.

ONM-ABO is celebrating its second anniversary on June 25th, 2022. In addition to continuing the current services, the organization plans to expand its reach through satellite and radio channels to further advance the Oromo cause and its people’s aspiration for freedom. To help us reach this objective, we ask for your kind donations. Thank you for your support!




Miidiyaan Arraata Biyyooleessa Oromiyaa(ONM-ABO) dhaabbata bu'aaf hin dalagne ta'uun seera biyya USA keeyyata 501(c)(3) jalatti galmaa'ee jira. Kaayyoon hundeeffama miidiyaa Arraata Biyyooleessa Oromiyaa sabaa fi sab-lammiwwan Oromiyaa keessatti dadamaqiinsa haawwassummaa, aadaa fi siyaasaa uumuun wal hubannaa fi wal danda'uu akka gabbifatan taasiisuudha. Akkasumas qabsoo uummatni Oromoo bilisummaa fi diimookiraasii gonfachuuf biyya keessaa taasisaa jiruuf sagalee amanamaa ta'uuf kan dhaabbateedha.

Arraati Biyyooleessa Oromiyaa madda odeeffannoo haqa-qabeessa ta'ee saba Oromoo mootummaa Itiyoophiyaa naasuu ilma namaaf hin qabne jalatti dararamaa jiruuf sagalee ta'uun odeeffanoo haqaa fi wayitaawwaa, dhugaa lafa irra jiru uummatasaa kanneen biyya keessaa fi biyya hambaa keessa jiraatan qaqqabsiisa.

Kaayyoo dhaabbateef kanneenis waggoota lamaan darbaniif dhugoomsaa har'a irra ga'ee jira. Ayyaana guyyaa hundeeffama ONM-ABO waggaa 2ffaa isaa Waxabajjii 25, 2022 kan kabajamu yoo ta'u; irrattis akka hirmaattaniif kabajaan affeeramtaniittu. Miidiyaa kana karaa Raadiyoo fi Saatelaayitiin sagalee dhimma Oromoo fi dantaa qabsoo bilisummaa Oromoo galmaan ga'uuf ciminaan itti fufee ni hojjeta. Kaayyoo isaa kana milkeessuuf ammoo deggersa maallaqaan akka cinaa dhaabbattan isin gaafata. Tumsa gootanifis galatoomaa isiniin jenna.
Donate

Donations 

  • Tefera Tesfaye
    • $100
    • 2 yrs
  • Tadesse Lammessa
    • $50
    • 3 yrs
  • Tarekegn Desta
    • $200
    • 3 yrs
  • Firaoll Osman
    • $200
    • 3 yrs
  • Ertra Namarra
    • $50
    • 3 yrs
Donate

Organizer

AbbaaMalkaa Sadii
Organizer
Compton, CA
Oromia National Media-Arraata Biyyolessa Oromiyaa
Beneficiary

Your easy, powerful, and trusted home for help

  • Easy

    Donate quickly and easily

  • Powerful

    Send help right to the people and causes you care about

  • Trusted

    Our Trust & Safety team works around the clock to keep our community safe