Main fundraiser photo

Medical for Obbo Emiru Angose

Donation protected
Nagaan Waaqayyo  hunduma kesan haa qaqabu ,Namoota bayyee keenaaf abbaa, garii keenyafi immo obboleesa kan ta’u, Obbo Emiru Angose, dhalootaan Naanaa Mana-Sibuu kan  ta’e waa’ee eenyumaa fi saboonumaa issa irra kan ka’e hidhaaf dararamnii itti hedumaanaana biyya abba isa gadi dhiisee biyya ormaatti baqatee baraa dheerdhaaf jiraachaa jira. Yeroo biyya keesa turetti qabsoo inni uumta oromoof gumaache heddu dha. Fakkeenyaaf. afaan oromo gudisuu irratt warra hirmaachaa turan keessa inni isa tokko ture. “Bariisa maxansa afaan oromo” maxxansuu keesatti qooda quddaa gochaa ture. Garuu akkuma qabsaa’ota warra kaanii ariyatamuun waan itti ulfateef biyya abba isa gadi dhiisee  barra dheeraaf  Uganda keesa jiraachaa jira.

Haa ta’u iyyuu malee wagga shanan darban kana keestti dhukuba  jabaa irran kan ka’e jireenye hedduu itti jabaate. Stroke waan rukuteef eega wagga shanii (5yrs)  asi sirree irra hin ka’u yoo namni isa kaase malee. Ijoolee isaas baratoota waan ta’annif isa gargaaruuf hin dandenye. Kannaf iyyuu obbo Emiruun maalaq mana yaalaa ittiin yaalaman waan hin qabneef illmaan oromoo kan ta’aan hunddi akka dandeetii keenyaati akka gargaarsaa maalaqaan isa bira dhaabanu waan nu gaafateef obboleesa keenya biyya ormaa keessatti dhukubsatee jiru bira akka dhaabanu jennee kabanja guddaa dhaan isin gaafana.

 Harka isa hiixatanii ittiin laatan caalaattiin Gooftaan dacha dhachaadhaan isin haa eebbisu
Donate

Donations 

  • Wendimu Dabala
    • $100
    • 5 yrs
  • KONJIT Tilahun
    • $100
    • 5 yrs
  • Asefa Dinagde
    • $100
    • 5 yrs
  • Nyaaroo Tarfaa
    • $100
    • 5 yrs
  • Amanuel Mekonnen
    • $100
    • 5 yrs
Donate

Organizer

Faarichoo Ilma Leqaa
Organizer
Edmonton, AB

Your easy, powerful, and trusted home for help

  • Easy

    Donate quickly and easily

  • Powerful

    Send help right to the people and causes you care about

  • Trusted

    Your donation is protected by the GoFundMe Giving Guarantee