Medican Expense for Artist Ibrahim Adem
Donation protected
Dear all,
My name is Jemal Y Abdulla. I'm raising funds for Artist Abrahim Adem's medical expenses. Abrahim Adem is a well-known Oromo artist who has sung about Oromo culture and identity for several years. Now Abrahim Adem is critically ill and cannot afford his medical expense. Please extend your hand in contributing to cover Abrahim Adem's medical expenses. Together let us save the life of our icon singer.
Thank you.
Kabajamtoota Ilmaan oromoo,
Maqaan kiyya Jamaal Yusuf Abdullaa kan jedhamu jiraataa biyya USA,Minisootaati. Yeroo ammaa kana wallisaan oromoo beekkamaa fi hangafni Aartist Abraahim Aadam dhukkubsatee waan ittiin wallaanamu dhabuun rakkachaa jira. kanaaf Artistii kanaaf waan qabnu gumaachinee lubbuu isaa akka baraarruu fi bira dhaabbannuufiin 'Gofundeme' kana bane waan taheef namuu waan dandeessan gumaachaa bira dhaabbadhaa. kennaan xiqqoo hin qabdu.
Galatoomaa.
Organizer
Jemal Abdulla
Organizer
St. Paul, MN