Raadiyoo Arraata Biyyoolessaa Oromiyaa Haa Tumsinu
Donation protected
Arraatni Biyyoolessi Oromiyaa Waxabajjii 22, 2020 irraa eegalee dambalii gababaa metir bandii 25 fi kilo hertzi 11990 irratti guyyaa sadii; Wixata, Robii fi Sanbata duraa Oromiyaa, Gidduu Galeessa Bahaa fi Gaanfa Afrikaatti galgala sa'aa 1:30 hanga 2:30 akka lakoofsa impayera Itiyophiyaatti qilleensa irra oola. Gama Face Book irraanis guyyaa fi sa'aa wal fakkaataan ni tamsa'a.
Akeekni Arraata Biyyoolessa Oromiyaa odeeffannoo haqaa fi qabatamaa walabummaadhaan uummata keenya baadiyyaa fi magaalaa keessa jiruuf dhaqabsiisuu dha. Uummata keenya sagalee hin qabneef sagalee ta'uun, rakkoo hawaasni keenyi keessa jiru irratti hubatnaa gahaa uumuun, akka uummatni keenyi rakkoo isaaf fala barbaaddatu marihachiisuu fi odeessa kennuu dha.
Media Arraata Biyyoolessa Oromiyaa gargaaruun qaama furmaata hawaasa waan ta'eef itti hirmaadhaa!

Organizer
Oromia National Media
Organizer
Scarborough, ON