Main fundraiser photo

Stand with Jaal Battee Urgeessaa Family

Donation protected


Haala sukkanneessaa fi laphee nama cabsuun kan nurraa galaafatame jaal Battee Urgeessaa haadha warraa tokkoo fi ijoollee Afur diidatti facaasee deeme.

Jaal Batteen badii hammeenyaan guute osoo isa irra hin ga'iin dura, hidhaa dabaan guutee fi jal'ina isa mudate cufa ciccoomina hin amnaneen dandamatee amanamummaa gaaffii Saba isaaf jecha baatee keessa darbe.

Amma garuu, jaal Batteen maatii jaallatu akkasumatti bu'a ba'ii jireenyaa fi fuulduree dukkanaa keessatti qophaa isaan diidatti gatee deemee jira. kanaaf jecha yeroo dhiphuu akkasii keessatti maatii jaal Battee Urgeessaa gargaaruuf hawwaasa keenyaaf waamicha gochaa jirra.

Kaayyoon GoFundMe kanaas kaffaltti barumsaa ijoolleesaa fi kiraa manaa deggeruuf oola. Arjoominni keessan ba'aa jireenyaa tasa maatii kanatti dhufe irraa salphisuu fi gaargaarsa jaalala fi amanumummaa abbummaa keessa maddu ijoollee isaaf inni qaba ture akka itti fufsiisu ni amanna.

Kanaaf, deggersa fi kadhata maatii jaal Battee bira dhaabbachuuf gochaa jirru kana nu wajjin akka hirmaattan kabajaa guddaan waamicha isniif goona. Hanga isaa osoo hin taane gumachaa keessantu garaagarummaa guddaa fida.

Arjoominaa fi gaarramummaa maatii kanaatti agarsiiftaniif galata guddaa qabdu.

In a heartbreaking tragedy, Jaal Battee Urgeessaa a beloved husband and father of four, was killed.

Before this devastating loss, Jaal Battee Urgeessaa faced wrongful imprisonment and showed incredible faith and resilience through life's toughest challenges.

Now, Jaal Battee Urgeessaa family left alone to navigate life without their provider, faces an uncertain future. We are calling on our community support to help Jaal Battee Urgeessaa family during this time of need.

This GoFundMe aims to offer financial relief for rent, daily expenses, and the children's education. Your generosity can ease their burden, allowing Jaal Battee Urgeessaa’s legacy of love and faith to live on.

Join us in offering support and prayers to uplift Jaal Battee Urgeessaa’s family. Every contribution, no matter its amount, makes a profound difference.

Thank you for your kindness and generosity.


በዛሬው ዕለት በአሳዛኝ ሁኔታ በሞት ላጣነው በዚህ አስቹጋሪ እና ከባድ ግዜከBattee Urgeessaa ቤተሰብ ጋር በምንችለሁ ሁሉ እንድንቆም ይህንን GoFundMe ተዘጋጅቶዋል ::
Donate

Donations 

  • Anonymous
    • $100
    • 10 mos
  • Tigist Nigusseie
    • $20
    • 10 mos
  • Tolesa Fufa
    • $100
    • 10 mos
  • KITESSA HORDOFA
    • $100
    • 10 mos
  • Burka Geleta
    • $100
    • 10 mos
Donate

Organizer

Abigail G Eshete
Organizer
SeaTac, WA

Your easy, powerful, and trusted home for help

  • Easy

    Donate quickly and easily

  • Powerful

    Send help right to the people and causes you care about

  • Trusted

    Your donation is protected by the GoFundMe Giving Guarantee