
Support Dr Duresa Terfa's Medical expenses
Donation protected
Hi, my name is Endale Hambisa, I'm fundraising for my friend Dr. Duresa Terfa's medical expenses who has been recently diagnosed with Bone Cancer (Osteosarcoma of the left distal femur). Dr. Duresa is a recent graduate from Jimma University Medical Center located in Jimma, Ethiopia.
Even though he is currently receiving chemotherapy treatment at Black Lion Specialized Hospital [Addis Ababa, Ethiopia], his medical team decided to refer him abroad for further treatment intervention due to the limitation of enough resources in the local Hospitals.
Dr. Duresa has no insurance or support to cover his medical expenses. He needs urgent support from us to save his life. A single penny matter to help him get through this situation and encourage him to fight his cancer. The fund from this fundraising will be intended to help cover his transportation and medical expenses.
Hi, Endale Hambisan Jedhama, hiriyaakoo kan tahe Dr Duressa Tarfaa yaalchisuuf galii kana walitti qabaa jira. Dr Dureessaan yeroo dhiyoo Giddu gala yaalaa Unibarsitii Jimmaa irraa Ogeessa fayyaatiin eebbifamee uummata isaa haala hin mijanne keessatti nama tajaajilaa jirudha. Utuu kanaan jiruu dhiyootti dhukkubni kaansarii lafee (osteosarcoma) jedhamu miilla isaa bitaa waan qabateef Hospital Tikur Anbessatti yaalii yeroof fudhachaa jira. haa tahu malee yaaliin achitti fudhatu ga'aa waan hin taaneef gara biyya alaa deemee akka yaalamuuf rifeerii barraa'eef.
Sababa gargaarsa tokkollee hin qabneef lubbuu isaa baraaruuf filannoon jiru ummatni isaa hunduu hanga danda'e akka gumaachuuf gofundme kun akka qophaa'u tahe. Galiin Gofundme kana irraa aragamu baasii transport fi kan yaalaaf deeggarsa ta'a. Saantima tokkolle osoo hin jedhiin akka gargaarsa nuuf gootan kabajaan isin gaafanna.
ሰላም
አንዳለ ሀምቢሳ እባላለሁ፡፡ ለዶ/ር ዱሬሳ ተረፋ የህክምና ወጪ ለማገዝ ገቢ አያሰባሰብኩ እገኛለሁ፡፡ ዶ/ር ዱሬሳ በኢትዮጵያ ከሚገኘው የጅማ ዩኒቨርስቲ ህክምና ማዕከል ተመርቋል፤ ነገር ግን በቅርቡ በተደረገለት ምርመራ የአጥንት ካንሰር እንዳለበት ተረጋግጧል፡፡
ምንም እንኳን የኬሞቴራፒ ህክምና በጥቁር አንበሳ ሆሰፒታል የጀመረ ቢሆንም የሆስፒታሉ ሀኪሞች ቦርድ ለተሻለ ህክምና ወደ ውጭ ሀገር ሄዶ እንዲታከም ወስኗል፡፡
ዶ/ር ዱሬሳ የህክምና ወጪውን የሚሸፍንለት ኢንሹራንስ ወይም አጋዥ ስለሌለው ህይወቱን ለመታደግ የኛ ድጋፍ ያስፈልገዋል፡፡ እንደ አቅማችን በምናደርግለት እርዳታ ከካንሰር የሚድንበትን እድል እንሰጠዋለን፡፡ ከዚህ የገቢ ማሰባሰብ የሚገኘው ገቢ የጉዞ እና የህክምና ወጭን ለመሸፈን ይውላል፡፡
Organizer
Endale Hambisa
Organizer
Corvallis, OR