Tulu Rajota St. Peter & St. Paul EOTC
Donation protected
Nuti hawaasni Oromoo Amantaa Ortodoksii Waloomaa /Tewahidoo/ hordofnu kanneen Kutaa Minnesoota, USA, jiraannu, dhiibbaa afaan Oromoon tajaajilamuu dhabuutiin bakka dur itti waaqessinu deemuu erga dhaabnee yeroo dheeraa lakkoofsiseera. Haata’u iyyu malee, walitti qabamuu keenya hin dhiifne. Mana jireenyaa keenyatti dabareen deemnee afaan keenyaan wal tajaajilaa turre.
Waaqayyo nu gargaaree, walitti dhufeenyi keenyas jabaatee Waldaa Ortodoksii Walooma Tullu Raajootaa Qulqulluu Pheexiroosii fi Phaawuloos hundeessineerra. Yeroo ammaa Waldaan kun “basement” mana amantaa Ortodoksii Greekitti tajaajilamaa kan jirru yammu ta'u bakka amantaa ofii qabaannee afaan keenyaan tajaajila argachuuf koree hundeessinee sochii gochaa jirra.
Kanaafis, hanqina qarshii qabnu salphisuuf uummatni keenya nu waliin hiriiraa jiraachuu isaatti guddaa boonneerra. Isinis deeggarsa obbolummaa akka nuuf gootan kabajaan isin gaafanna.
Eebbifamaa!
Koree WTRQPP
_________________________________________________________________________________________
Oromo christians following the Orthodox Walooma/Tewahido religion and residing in the State of Minnesota, USA, have been deprived of worship place due to language barriers. The parishiners have decided to come together and worship at private houses for the last couple of years. Most recently, this gathering has grown and lead to the establishment of Tulu Rajota St. Peter & St. Paul Orthodox Church of Minnesota. This newly established church has been sustained in a building space the St. Mary’s Greek Orthodox Church shared with us.
It was very evident that the church services and membership were limited by the lack of permanent worship place. Thus, we are kindly requesting your donations, unceasing support and solidarity to realize our effort to purchase church building.
Blessings
Church Committee

Organizer
WTRQPP Tulu Rajota
Organizer
Fridley, MN