Main fundraiser photo

Pastor Dawit Chala's Medical Expenses.

Donation protected
Obbleessa Keenya Pastor Daawwit Caalaa Abbaa ijoollee lamaa akkasumas, Hundeessaa Waldaa Guutuu Wangeelaa Gulallee(Finaansi Afaan Oromo) Kan ta'e, bara ijoollumma isaa Kaasee qulqullummaa fi qajeellummadhaan waqayyoo tajaajilaa utuu jiruu, dhibee dhukkubaa cimaadhan dhibamee waggaa lamaaf Hospitalaa Xiqur Ambbassattii yaalamaa turee,yaalii dabalataaf gara biyya Hindii deemanii yaalamaa bakka jiranitii hanqinaa qaeshiitiin abdii fayyuu isaa jalaa harkifataa waan jiruu, waan qabdaniin Gofundme armaan gadii irraattii gargaaramuun deggersa namoomaa akka gootaanif jaalalaa Gooftaatin isin gaafanna. Nama gargaruuf nama ta'uum ga'aadha. Fayyaan issin hin dhibin. Eebbifamaa. "Abbuma si kadhateef Kenni" W/Luqaas 6:30.


ወንድማችን መጋቢ ዳዊት ጫላ የሁለት ልጆች አባት እንድሁም በኢትዮጵያ ሙሉ ወንጌል አማኞች ቤተክርስቲያን የጉለሌ ሙሉ ወንጌል አጥቢያ ቤተክርስቲያን መስራች፣ ከወጣትነቱ ጀምሮ በቅድስና በታማኝነት ጌታን እያገለገለ ሳለ በጠና ታሞ በጥቁር አንበሳ ሆስፒታል ስታከም ቆይቶ ለተሻለ ሕክምና ወደ ሕንድ ሀገር ተጉዞ ሕክምናዉን እተከታተለ ይገኛል፡፡ ባጋጠመዉ የገንዘብ እጥረት የመዳን ተስፋዉ እንዳይጠፋ ያላችሁን የሰብዓዊነት እርዳታችሁን በ‘Go-FundMe’ በኩል እንድትለግሱ በጌታ ፍቅር እንጠያቃለን፡፡ ሰዉን ለመርዳት ሰዉ መሆን በቂ ነዉ፡፡ ጤና የስጥልን፡፡ ተባረኩ፡፡ ለምለምንህ ሁሉ ስጥ ተብሎ ተጽፎአልና:: ሉቃስ 6፡30



Donate

Donations 

    Donate

    Organizer

    Teshome Tolla
    Organizer
    Lancaster, PA

    Your easy, powerful, and trusted home for help

    • Easy

      Donate quickly and easily

    • Powerful

      Send help right to the people and causes you care about

    • Trusted

      Your donation is protected by the GoFundMe Giving Guarantee